- 
	                        
            
            Isaayyaas 66:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 “Ani isaan gidduutti mallattoo tokko nan dhaaba; warra lubbuudhaan oolan keessaa muraasa gara sabootaatti, jechuunis gara Tarshiish,+ Puulii fi Luud+ warra iddaadhaan darbachuu irratti dandeettii qabanitti, akkasumas gara Tuubaal, gara Yaawaanii+ fi gara odolawwan fagoo jiran warra waaʼee koo hin dhageenye yookiin ulfina koo hin arginetti nan erga; isaanis saboota gidduutti ulfina koo ni labsu.+
 
 -