Hisqiʼel 21:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Biyya Israaʼeliin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani si irratti kaʼeera; goraadee koo manʼee isaa keessaa luqqisee+ isa qajeelaa fi isa hamaa si keessaa nan balleessa.
3 Biyya Israaʼeliin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani si irratti kaʼeera; goraadee koo manʼee isaa keessaa luqqisee+ isa qajeelaa fi isa hamaa si keessaa nan balleessa.