Baʼuu 30:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “Muka laaftoo+ irraa iddoo aarsaa ixaanni itti aarfamu tokko ni tolchita.+ 1 Mootota 7:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Solomoon mana Yihowaatiif miʼawwan kana hundumaa ni hojjete: iddoo aarsaa+ warqii, minjaala+ warqii daabboon ilaalchaa* irra kaaʼamu, Mulʼata 8:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Maleekaa kan biraan qodaa ixaanaa warqii irraa tolfame qabate tokko dhufee iddoo aarsaa+ bira dhaabbate; inni kadhannaa qulqulloota hundumaa wajjin iddoo aarsaa warqii irraa tolfame+ isa teessicha dura jiru irratti akka dhiheessuuf ixaanni hedduun+ isaaf kenname.
48 Solomoon mana Yihowaatiif miʼawwan kana hundumaa ni hojjete: iddoo aarsaa+ warqii, minjaala+ warqii daabboon ilaalchaa* irra kaaʼamu,
3 Maleekaa kan biraan qodaa ixaanaa warqii irraa tolfame qabate tokko dhufee iddoo aarsaa+ bira dhaabbate; inni kadhannaa qulqulloota hundumaa wajjin iddoo aarsaa warqii irraa tolfame+ isa teessicha dura jiru irratti akka dhiheessuuf ixaanni hedduun+ isaaf kenname.