-
Hisqiʼel 41:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Gamoon kallattii dhihaatiin argamuu fi gara iddoo banaa sanatti garagalee jiru dalgi isaa dhundhuma 70, dheerinni isaa immoo dhundhuma 90 ture; girgiddaan gamoo sanaa kallattii hundumaatiin furdinni isaa dhundhuma shan ture.
-