-
Hisqiʼel 10:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Utuman ilaaluus kiruubelonni sun qoochoo isaanii ol kaasanii lafa irraa ol kaʼan. Yommuu isaan deeman geengoowwan sunis isaan bira jiru turan. Isaanis balbala karra mana Yihowaa isa gara bahaatti argamu bira dhaabbatan; ulfinni Waaqa Israaʼelis isaan gubbaa jira ture.+
-
-
Hisqiʼel 44:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 Innis karaa karra iddoo qulqulluu isa alaa isa gara bahaatti garagalee jiruun deebisee na fide;+ karrichis cufamee ture.+ 2 Achiis Yihowaan akkana naan jedhe: “Karri kun akkuma cufametti tura. Hin banamu, namni kam iyyuus ittiin ol hin seenu; Yihowaan Waaqni Israaʼel waan ittiin ol seeneef+ akkuma cufametti turuu qaba.
-