- 
	                        
            
            Amoos 8:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Isin akkana jettu: ‘Midhaan keenya akka gurgurannuuf, ayyaanni baatii haaraa yoom xumurama?+
Midhaan keenya gurgurtaadhaaf akka dhiheessinuuf Sanbanni+ yoom darba?
Silaa madaallii gowwoomsaa keenya dhugaa fakkeessuuf,
Safartuu eefaa* ni xinneessina,
 
 -