- 
	                        
            
            Leewwota 4:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
27 “‘Sabicha keessaa eenyu iyyuu* wantoota Yihowaan raawwatamuu akka hin qabne ajaje keessaa isa tokko raawwatee utuu itti hin yaadin cubbuu hojjechuudhaan yakkamaa yoo taʼe+ 28 yookiin cubbuu hojjechuu isaa yoo hubate, cubbuu hojjete sanaaf xobbaallaa reʼee goromtii mudaa hin qabne tokko aarsaadhaaf haa fidu.
 
 -