LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Jalqaba irratti, gatii guutuu balleessaa isaanii fi cubbuu isaaniitiif malu isaaniif nan deebisa;+

      Sababiin isaas, isaan fakkiiwwan lubbuu hin qabne* kan waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼaniitiin biyya koo xureessaniiru,

      Dhaala koos wantoota jibbisiisoo isaaniitiin guutaniiru.’”+

  • Hisqiʼel 16:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ati bara ijoollummaa keetii waan hin yaadanneef,+ wantoota kana hundumaa raawwachuudhaanis waan na dheekkamsiisteef, miidhaa daandiiwwan keetiin kan kaʼe dhufu mataa kee irratti nan fida; atis gocha kee isa qaanessaa taʼee fi gochawwan kee warra jibbisiisoo taʼan hundumaa kana booda hin raawwattu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi