-
Ermiyaas 42:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 isin warri Yihudaa keessaa haftan dubbii Yihowaa dhagaʼaa. Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Isin gara Gibxii dhaquuf kutattanii achi jiraachuuf* yoo dhaqxan, 16 goraadeen sodaattan sun biyya Gibxii keessatti isin bira ni gaʼa; beelli sodaattan sunis isin hordofee gara Gibxii ni dhufa; isinis achitti ni duutu.+
-