Yooʼel 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Xiyoon keessatti xurumbaa* afuufaa!+ Gaara koo isa qulqulluu irratti iyya waraanaa dhageessisaa. Guyyaan Yihowaa dhufaa waan jiruuf,+ guyyichi waan dhihaateef,Jiraattonni biyyattii* hundi haa hollatan! Sefaaniyaa 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+
2 “Xiyoon keessatti xurumbaa* afuufaa!+ Gaara koo isa qulqulluu irratti iyya waraanaa dhageessisaa. Guyyaan Yihowaa dhufaa waan jiruuf,+ guyyichi waan dhihaateef,Jiraattonni biyyattii* hundi haa hollatan!
14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+