LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 14:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Yihowaan akkana naan jedhe: “Raajonni maqaa kootiin raajii sobaa dubbachaa jiru.+ Ani isaan hin ergine yookiin isaan hin ajajne yookiin isaanitti hin dubbanne.+ Raajiin isinitti dubbachaa jiran mulʼata sobaa, hooda gatii hin qabnee fi gowwoomsaa garaa isaanii keessaa maddu dha.+

  • Faaruu Ermiyaas 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Mulʼatawwan raajonni kee siif argan sobaa fi duwwaa dha,+

      Boojiʼamtee fudhatamuu irraa si oolchuuf isaan dogoggora kee hin saaxille,+

      Kanaa mannaa, mulʼata labsiiwwan soba taʼanii fi dogoggorsan siif arguu isaanii itti fufan.+

  • Hisqiʼel 13:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kanaafuu, isin dubartoonni kana booda mulʼata sobaa hin argitan, falfalas hin raawwattan;+ ani saba koo harka keessan jalaa nan oolcha; isinis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi