-
Isaayyaas 5:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Warra, “Inni hojii isaa haa saffisiisu;
Akka isa arginuuf dafee haa dhufu.
-
-
Isaayyaas 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Sababiin isaas, isin akkana jettu:
Soba dahoo waan godhanneef,
Dhara keessas waan dhokanneef,+
Lolaa cimaan yommuu darbutti
Nu bira hin gaʼu.”
-