- 
	                        
            
            Leewwota 20:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Namni biyya Israaʼel yookiin namni biyya ormaa Israaʼel keessa jiraatuu fi ijoollee isaa Moleekiif kennu kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Namoonni biyyattii dhagaadhaan tumanii isa haa ajjeesan.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Mootota 16:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Peeqaan ilmi Remaaliyaa mootii taʼee waggaa 17ffaa isaatti, Akaaz+ ilmi Yootaam mootii Yihudaa mootii ni taʼe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 20:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
26 Anis badiisni akka isaan irra gaʼu gochuuf, isaan ijoollee isaanii warra angafaa hundumaa ibiddaan gubanii aarsaa godhanii dhiheessuudhaan+ akka of xureessan nan heyyame; kunis ani Yihowaa taʼuu koo akka beekan gochuufi.”’
 
 -