LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 23:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ishiin garuu ittuma caalchistee sagaagalummaa raawwachuu ishii itti fufte. Ishiin dhiirota girgiddaa irratti bocaman, fakkiiwwan Kaladootaa bocamanii halluu diimaa dibaman ni ilaalte;

  • Hisqiʼel 23:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ishiinis akkuma isaan argiteen kajeellaa ishiitiin isaan duukaa buʼuu jalqabde; gara biyya Kaladootaattis ergamtoota isaanitti ni ergite.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi