Hisqiʼel 33:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Cubbuun inni raawwate kam iyyuu isatti hin lakkaaʼamu.*+ Wanta haqaa fi qajeelaa taʼe raawwachuu isaatiin kan kaʼe inni dhugumaan lubbuudhaan ni jiraata.’+
16 Cubbuun inni raawwate kam iyyuu isatti hin lakkaaʼamu.*+ Wanta haqaa fi qajeelaa taʼe raawwachuu isaatiin kan kaʼe inni dhugumaan lubbuudhaan ni jiraata.’+