Luqaas 10:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Namni isin dhaggeeffatu kam iyyuu anaan dhaggeeffata.+ Namni isin tuffatu kam iyyuu anas ni tuffata. Kana malees, namni ana tuffatu kam iyyuu isa ana erge sanas ni tuffata.”+
16 “Namni isin dhaggeeffatu kam iyyuu anaan dhaggeeffata.+ Namni isin tuffatu kam iyyuu anas ni tuffata. Kana malees, namni ana tuffatu kam iyyuu isa ana erge sanas ni tuffata.”+