Isaayyaas 50:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Haa taʼu malee, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan na gargaara.+ Akkan salphadhe kan natti hin dhagaʼamne kanaafi. Fuula koo akka dhagaa jabaa kanan godhe kanaafi,+Akkan hin qaanofnes beeka.
7 Haa taʼu malee, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan na gargaara.+ Akkan salphadhe kan natti hin dhagaʼamne kanaafi. Fuula koo akka dhagaa jabaa kanan godhe kanaafi,+Akkan hin qaanofnes beeka.