Hisqiʼel 12:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 ‘“Ani Yihowaan nan dubbadha. Wanti ani dubbadhu kam iyyuus utuu hin turin ni raawwatama.+ Yaa finciltoota nana, bara keessanitti+ ani nan dubbadha, isan dubbadhes nan raawwadha” jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.’”
25 ‘“Ani Yihowaan nan dubbadha. Wanti ani dubbadhu kam iyyuus utuu hin turin ni raawwatama.+ Yaa finciltoota nana, bara keessanitti+ ani nan dubbadha, isan dubbadhes nan raawwadha” jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.’”