Baʼuu 22:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif,+ ati nama biyya ormaa irratti daba hin raawwatin yookiin isa hin cunqursin.+ 22 “Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne* kam iyyuu hin cunqursinaa.+ Faarfannaa 82:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isa rakkataa fi isa abbaa hin qabneef falmaa.*+ Isa gargaarsa hin qabnee fi rakkina irra buʼeef haqaan murtii kennaa.+ Isaayyaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+Isa nama cunqursu sirreessaa,Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+
21 “Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif,+ ati nama biyya ormaa irratti daba hin raawwatin yookiin isa hin cunqursin.+ 22 “Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne* kam iyyuu hin cunqursinaa.+
3 Isa rakkataa fi isa abbaa hin qabneef falmaa.*+ Isa gargaarsa hin qabnee fi rakkina irra buʼeef haqaan murtii kennaa.+
17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+Isa nama cunqursu sirreessaa,Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+