LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Mattaʼaan ija namoota akka gaariitti arganii waan jaamsuuf, dubbii qajeelotaas jalʼisuu waan dandaʼuuf, mattaʼaa hin fudhatin.+

  • Keessa Deebii 27:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “‘Namni nama qulqulluu* ajjeesuuf* mattaʼaa fudhatu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)

  • Isaayyaas 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Bulchitoonni kee mata jabeeyyii fi michuu hattootaa ti.+

      Tokkoon tokkoon isaanii mattaʼaa jaallatu, kennaa duukaas ni fiigu.+

      Ijoollee abbaa hin qabneef* haqaan hin murteessan,

      Dhimmi seeraa dubartii abbaan manaa irraa duʼees matumaa isaan bira hin gaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi