-
Ermiyaas 6:28-30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Isaan akkuma sibiila diimaa ti, akkuma sibiilaa tis;
Hundi isaanii mancaʼaniiru.
29 Buufaawwan waxalamaniiru.
Ibiddicha keessaa sibiila irsaasiitu baʼa.
30 Yihowaan waan isaan jibbeef,+
Dhugumaan namoonni meetii jibbame jedhanii isaan waamu.”
-