-
Leewwota 11:46, 47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 “‘Horiiwwan, uumamawwan barrisan, uumama* bishaan keessa sochoʼu hundumaa fi uumama* lafa irra yaaʼu hundumaa ilaalchisee seerri kenname kana dha; 47 kunis kan kenname, isa xuraaʼaa fi isa qulqulluu gidduu, akkasumas uumamawwan jiraatoo nyaatamuu dandaʼanii fi nyaatamuu hin dandeenye gidduu garaa garummaan akka jiraatu gochuufi.’”+
-