Hisqiʼel 20:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis, ‘Tokkoon tokkoon keessan wantoota jibbisiisoo isin dura jiran of biraa balleessaa; waaqolii tolfamoo Gibxii warra balfamoo* taʼaniin of hin xureessinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha’ isaaniin nan jedhe.+
7 Achiis, ‘Tokkoon tokkoon keessan wantoota jibbisiisoo isin dura jiran of biraa balleessaa; waaqolii tolfamoo Gibxii warra balfamoo* taʼaniin of hin xureessinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha’ isaaniin nan jedhe.+