Ermiyaas 50:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Biyya Meraataayimittii fi jiraattota Pheeqoditti+ ol baʼi. Isaan haa ajjeefaman, guutummaattis haa balleeffaman”* jedha Yihowaan. “Wantan si ajaje hundumaa raawwadhu.
21 “Biyya Meraataayimittii fi jiraattota Pheeqoditti+ ol baʼi. Isaan haa ajjeefaman, guutummaattis haa balleeffaman”* jedha Yihowaan. “Wantan si ajaje hundumaa raawwadhu.