Ermiyaas 13:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ati garaa keetti, ‘Wantoonni kun kan na irra gaʼan maaliifi?’ jettee yoo yaadde,+Qamisiin kee si irraa kan baafame,+Koomeen kees akka malee kan miidhame balleessaa cimaa raawwatteen kan kaʼe dha. Mulʼata 17:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Gaanfonni kurnan+ ati argitee fi bineensichi+ sagaagaltuu+ sana ni jibbu, ishii ni saamu, qullaatti ishii hambisu, foon ishii ni nyaatu, akkasumas guutummaatti ibiddaan ishii gubu.+
22 Ati garaa keetti, ‘Wantoonni kun kan na irra gaʼan maaliifi?’ jettee yoo yaadde,+Qamisiin kee si irraa kan baafame,+Koomeen kees akka malee kan miidhame balleessaa cimaa raawwatteen kan kaʼe dha.
16 Gaanfonni kurnan+ ati argitee fi bineensichi+ sagaagaltuu+ sana ni jibbu, ishii ni saamu, qullaatti ishii hambisu, foon ishii ni nyaatu, akkasumas guutummaatti ibiddaan ishii gubu.+