LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 106:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Kanaa mannaa, saboota sanatti makamanii+

      Daandiiwwan isaanii hordofan.*+

      36 Waaqolii tolfamoo isaanii tajaajiluu isaanii itti fufan,+

      Waaqoliin kunis kiyyoo isaanitti taʼan.+

  • Hisqiʼel 6:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warri miliqanis saboota warra boojuudhaan itti fudhataman gidduu taaʼanii na yaadatu.+ Isaanis garaa isaanii isa amanamaa hin taane* isa na irraa gore+ sanaan, akkasumas ija isaanii isa waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼan kajeeluudhaan* duukaa buʼe+ sanaan kan kaʼe garaan koo cabuu isaa ni hubatu. Isaan wanta hamaa fi jibbisiisaa raawwatan hundumaatiin kan kaʼe ni qaanaʼu, wantoota kanas ni jibbu.+

  • Hisqiʼel 23:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ishiinis ilmaan Asoor warra filatamoo taʼan hundumaa wajjin sagaagalummaa raawwachuu ishii itti fufte; waaqolii tolfamoo balfamoo* kan warra kajeellaa ishiitiin duukaa buute sanaatiinis of xureessite.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi