LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yihowaan karaa Hoseʼaa dubbachuu yommuu jalqabetti, Yihowaan Hoseʼaadhaan, “Dhaqiitii dubartii sagaagaltuu* fuudhi; ishiinis sagaagalummaa* ishiitiin ijoollee siif ni deessi; sababiin isaas, sagaagalummaadhaan* kan kaʼe biyyattiin guutummaatti Yihowaa hordofuu irraa deebiteetti” jedhe.+

  • Yaaqoob 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ejjitoota* nana, addunyaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii? Kanaafuu, namni michuu addunyaa taʼuu barbaadu kam iyyuu diina Waaqayyoo of godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi