Ermiyaas 7:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii ibiddaan gubuuf,+ iddoowwan ol kaʼoo Tofeet isa Sulula Ilma Hinoom*+ keessatti argamu ijaaraniiru; kunis wanta ani hin ajajnee fi matumaa garaa kootti illee hin yaanne* dha.’+
31 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii ibiddaan gubuuf,+ iddoowwan ol kaʼoo Tofeet isa Sulula Ilma Hinoom*+ keessatti argamu ijaaraniiru; kunis wanta ani hin ajajnee fi matumaa garaa kootti illee hin yaanne* dha.’+