Uumama 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Waaqayyo akka bifa isaatti nama waan tolcheef,+ nama dhiiga namaa dhangalaasu kam iyyuu namni kan biraan dhiiga isaa ni dhangalaasa.+ Leewwota 20:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+ Hisqiʼel 16:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 “‘Murtii sagaagaltootaa fi dubartoota dhiiga dhangalaasaniif+ maluun sin adaba;+ dhiigni kees dheekkamsaa fi hinaaffaadhaan ni dhangalaʼa.+
6 Waaqayyo akka bifa isaatti nama waan tolcheef,+ nama dhiiga namaa dhangalaasu kam iyyuu namni kan biraan dhiiga isaa ni dhangalaasa.+
10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+
38 “‘Murtii sagaagaltootaa fi dubartoota dhiiga dhangalaasaniif+ maluun sin adaba;+ dhiigni kees dheekkamsaa fi hinaaffaadhaan ni dhangalaʼa.+