-
Ermiyaas 46:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Loltoonni ishii warri mindeeffamanii fi gidduu ishiitti argaman illee akkuma jabbilee gabbatanii ti,
Haa taʼu malee, isaanis duubatti deebiʼanii waliin baqataniiru.
Guyyaan badiisa isaanii,
Yeroon itti qoratamanis waan isaanitti dhufeef,
Isaan iddoo isaanii irra dhaabbachuu hin dandeenye.’+
-