Isaayyaas 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Murtii Baabilon irratti dabarfamee+ fi Isaayyaas+ ilmi Amooz mulʼataan arge: Isaayyaas 13:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Urjiileen samii fi tuutawwan isaanii*+Ifa isaanii hin kennan;Aduun yommuu baatu ni dukkanoofti,Addeessis ifa ishii hin ibsitu.
10 Urjiileen samii fi tuutawwan isaanii*+Ifa isaanii hin kennan;Aduun yommuu baatu ni dukkanoofti,Addeessis ifa ishii hin ibsitu.