Faarfannaa 107:33, 34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Inni lageen gara gammoojjiitti,Burqaawwan bishaaniis gara lafa gogaatti ni jijjiira;+34 Hammina warra ishii keessa jiraniitiin kan kaʼe,Biyya oomisha kennitu gara lafa soogiddaa ona taʼetti jijjiira.+ Hisqiʼel 29:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani biyyi Gibxii biyyoota hundumaa caalaa ona akka taatu nan godha; magaalonni ishiis magaalota kaan caalaa waggaa 40f ona ni taʼu;+ warra Gibxiis saboota gidduutti nan bittinneessa, biyyoota keessattis nan faffacaasa.”+
33 Inni lageen gara gammoojjiitti,Burqaawwan bishaaniis gara lafa gogaatti ni jijjiira;+34 Hammina warra ishii keessa jiraniitiin kan kaʼe,Biyya oomisha kennitu gara lafa soogiddaa ona taʼetti jijjiira.+
12 Ani biyyi Gibxii biyyoota hundumaa caalaa ona akka taatu nan godha; magaalonni ishiis magaalota kaan caalaa waggaa 40f ona ni taʼu;+ warra Gibxiis saboota gidduutti nan bittinneessa, biyyoota keessattis nan faffacaasa.”+