Hisqiʼel 18:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 “‘Ani namni hamaan duʼuu isaatti nan gammadaa?+ Inni daandii isaa irraa deebiʼee lubbuudhaan akka jiraatun filadha mitii?’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan. 1 Ximotewos 2:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+ 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.
23 “‘Ani namni hamaan duʼuu isaatti nan gammadaa?+ Inni daandii isaa irraa deebiʼee lubbuudhaan akka jiraatun filadha mitii?’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.
3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+ 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.