Hisqiʼel 18:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Balleessaa raawwattan hundumaa of irraa fageessaa;+ garaa haaraa fi hafuura haaraa qabaadhaa;*+ yaa mana Israaʼel, maaliif duutu?’+ 2 Pheexiros 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namoonni tokko tokko akka yaadanitti Yihowaan* waadaawwan gale raawwachuuf hin turu;+ kanaa mannaa, hundumtuu yaada akka geddarataniif malee, namni tokko illee akka badu waan hin barbaanneef isiniif jedhee obsa.+
31 Balleessaa raawwattan hundumaa of irraa fageessaa;+ garaa haaraa fi hafuura haaraa qabaadhaa;*+ yaa mana Israaʼel, maaliif duutu?’+
9 Namoonni tokko tokko akka yaadanitti Yihowaan* waadaawwan gale raawwachuuf hin turu;+ kanaa mannaa, hundumtuu yaada akka geddarataniif malee, namni tokko illee akka badu waan hin barbaanneef isiniif jedhee obsa.+