Isaayyaas 48:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Yaa mana Yaaqoob,Isin warri maqaa Israaʼeliin of waamtanii+ fiBishaanota Yihudaa keessaa dhuftan,*Isin warri dhugaa fi qajeelummaadhaan taʼuu baatus+Maqaa Yihowaatiin kakattannii+ fiMaqaa Waaqa Israaʼel waammattan, kana dhagaʼaa. Miikiyaas 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*
48 Yaa mana Yaaqoob,Isin warri maqaa Israaʼeliin of waamtanii+ fiBishaanota Yihudaa keessaa dhuftan,*Isin warri dhugaa fi qajeelummaadhaan taʼuu baatus+Maqaa Yihowaatiin kakattannii+ fiMaqaa Waaqa Israaʼel waammattan, kana dhagaʼaa.
11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*