LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan akkana jedha: “Baayʼinni aarsaawwan keessanii maal na fayyada?+

      Ani aarsaawwan korbeeyyii hoolaa,+ cooma horiiwwan keessan warra gabbatoos+ quufeera,

      Dhiigni+ jibootaa,+ dhiigni hoolota xobbaallaa fi dhiigni reʼootaa+ na hin gammachiisu.

  • Amoos 5:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Utuma isin aarsaa guutummaatti gubamuu fi aarsaa kennaadhaan dhihaatu naaf dhiheessitanii illee,

      Ani isaanitti hin gammadu;+

      Horiiwwan coccoomoon aarsaa gamtaa gootanii dhiheessitanis na duratti fudhatama hin argatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi