LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 15:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kana malees, ati daadhii wayinii hiinii tokko keessaa harka afur keessaa harka tokko aarsaa dhugaatii gootee aarsaa gubamuu wajjin+ yookiin aarsaa xobbaallaa hoolaa kormaa tokkoo wajjin ni dhiheessita.

  • Lakkoofsa 28:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Jibicha sanaaf daadhii wayinii walakkaa hiinii tokkoo,+ korbeessa hoolaa sanaaf hiinii tokko keessaa harka sadii keessaa harka tokko,+ akkasumas xobbaallaa hoolaa kormaa sanaaf hiinii tokko keessaa harka afur keessaa harka tokko aarsaa dhugaatii isaanii gootanii ni dhiheessitu.+ Kun aarsaa gubamu isa waggaa guutuu jiʼa jiʼaan dhihaatu dha.

  • Yooʼel 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Isin luboonni, uffata gaddaa uffadhaatii* gaddaa;*

      Isin tajaajiltoonni iddoo aarsaa, booʼaa.+

      Isin tajaajiltoonni Waaqa kootii kottaa, uffata gaddaa uffadhaa bulaa;

      Sababiin isaas, aarsaan midhaanii+ fi aarsaan dhugaatii+ mana Waaqa keessanii irraa citeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi