-
Isaayyaas 21:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Sababiin isaas Yihowaan,
“Dhaqi, eegduu dhaabiitii wanta argu akka gabaasu godhi” naan jedheera.
-
-
Isaayyaas 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Achiis akkana jedhee akka leencaatti iyye:
“Yaa Yihowaa, ani yeroo hundumaa guyyaa guyyaa masaraa eegumsaa irra nan dhaabbadha,
Galgala galgalas iddoon itti eegu irra nan ijaajja.+
-
-
Ermiyaas 6:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Isaan garuu, “Hin dhageenyu” jedhan.+
-