1 Mootota 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo kanatti Eeliyaas*+ Tishbichi inni Giiliyaad+ keessa jiraatu Ahaabiin, “Yihowaa Waaqa Israaʼel isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, ajaja kootiin yoo taʼe malee waggoottan kanatti fixeensis taʼe bokkaan hin jiraatu!” jedhe.+ 2 Mootota 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis uffata Eeliyaas irraa buʼe sana fuudhee bishaanicha rukutuudhaan, “Yihowaan Waaqni Eeliyaas eessa jira?” jedhe. Yommuu inni bishaanicha rukutus bishaanichi bitaa fi mirgatti hirame; Eelsaaʼis ni ceʼe.+
17 Yeroo kanatti Eeliyaas*+ Tishbichi inni Giiliyaad+ keessa jiraatu Ahaabiin, “Yihowaa Waaqa Israaʼel isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, ajaja kootiin yoo taʼe malee waggoottan kanatti fixeensis taʼe bokkaan hin jiraatu!” jedhe.+
14 Achiis uffata Eeliyaas irraa buʼe sana fuudhee bishaanicha rukutuudhaan, “Yihowaan Waaqni Eeliyaas eessa jira?” jedhe. Yommuu inni bishaanicha rukutus bishaanichi bitaa fi mirgatti hirame; Eelsaaʼis ni ceʼe.+