LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “‘Kun erga isin irra gaʼee booda illee, isin na dhagaʼuu yoo diddanii fi na mormuu keessan yoo itti fuftan,

  • Leewwota 26:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.

  • 2 Mootota 17:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Yihowaan akka malee Israaʼelitti waan aareef fuula isaa duraa isaan balleesse.+ Gosa Yihudaa qofa malee eenyu iyyuu akka hafu hin heyyamne.

  • Amoos 5:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Gara biyya Damaasqoo irraa garasitti argamuutti boojuudhaan akka fudhatamtan nan godha’+ jedha inni maqaan isaa Yihowaa Waaqa Raayyaa taʼe.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi