-
Amoos 5:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isin haqa gara hadheessaatti jijjiirtu,
Qajeelummaas lafatti darbattu.+
-
-
Amoos 6:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Fardeen kattaa irra ni fiiguu?
Namni qotiyyoodhaan achi irra qotu hoo jiraa?
-