Hoseʼaa 4:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yaa Israaʼel, ati sagaagalummaa* kan raawwatte taʼus,+Yihudaan yakkamaa hin taʼin.+ Gara Gilgaal+ yookiin gara Beet Aween+ hin dhufinaa,‘Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha!’+ jettaniis hin kakatinaa.
15 Yaa Israaʼel, ati sagaagalummaa* kan raawwatte taʼus,+Yihudaan yakkamaa hin taʼin.+ Gara Gilgaal+ yookiin gara Beet Aween+ hin dhufinaa,‘Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha!’+ jettaniis hin kakatinaa.