LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 32:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Barumsi koo akka bokkaatti ni rooba;

      Dubbiin koo akka fixeensaatti ni coccopha;

      Akkuma rooba marga irratti tiifuu,

      Akkuma bokkaa hedduu biqiltuu irratti roobuu tis.

  • Isaayyaas 45:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Isin samiiwwan ol gubbaadhaa gad roobsaa,+

      Duumessoonnis qajeelummaa haa roobsan.

      Lafti banamtee firii fayyinaa haa godhattu,

      Qajeelummaas isaa wajjin haa maddisiistu.+

      Ani Yihowaan kana uumeera.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi