-
Mulʼata 20:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Galaanni, warra duʼanii isa keessa jiran ni kenne; duutii fi Awwaallis* warra duʼanii isaan keessa jiran ni kennan; isaanis dhuunfaatti akka hojii hojii isaaniitti murtiin isaaniif kenname.+ 14 Duutii fi Awwaalli* haroo ibiddaa keessatti darbataman.+ Haroon ibiddaa+ kun duʼa isa lammaffaa+ argisiisa.
-