-
Hoseʼaa 1:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yihowaan karaa Hoseʼaa dubbachuu yommuu jalqabetti, Yihowaan Hoseʼaadhaan, “Dhaqiitii dubartii sagaagaltuu* fuudhi; ishiinis sagaagalummaa* ishiitiin ijoollee siif ni deessi; sababiin isaas, sagaagalummaadhaan* kan kaʼe biyyattiin guutummaatti Yihowaa hordofuu irraa deebiteetti” jedhe.+
3 Kanaafuu, inni dhaqee Gomeer intala Diblaayim fuudhe; ishiinis ulfooftee ilma isaaf deesse.
-