LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 17:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Namichi Miikiyaas jedhamu kun mana waaqolii tokko qaba ture; inni efuudii+ fi siidaawwan taraafiim*+ tolfatee luba akka isaaf taʼuufis ilmaan isaa keessaa isa tokko ni muude.*+

  • 1 Saamuʼel 19:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaafuu, Saaʼol dhaqanii Daawitiin akka ilaalan namoota erge; akkasumas, “Akkan isa ajjeesuuf akkuma inni siree irra ciisee jirutti natti fidaa” isaaniin jedhe.+ 16 Namoonni sunis yommuu ol lixan, siidaan taraafiim* siree irra ciisee, uffanni akka saaphanaa rifeensa reʼee irraa tolfames karaa mataa isaa kaaʼamee jira ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi