Abbootii Murtii 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ishiinis Qeedesh Niftaalem+ keessaa Baaraaq+ ilma Abinoʼaamiin waamsistee akkana isaan jette: “Yihowaan Waaqni Israaʼel ajaja kana kenneera: ‘Dhaqiitii Gaara Taaboritti duuli;* Niftaalemii fi Zaabiloon keessaas namoota 10,000 fuudhii dhaqi. Ermiyaas 46:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Mootichi inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha: ‘Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha,’‘Inni* akkuma Taabor+ isa gaarota gidduutti argamuutti,Akkuma Qarmeelos+ isa galaanicha biratti argamuutti ni dhufa.
6 Ishiinis Qeedesh Niftaalem+ keessaa Baaraaq+ ilma Abinoʼaamiin waamsistee akkana isaan jette: “Yihowaan Waaqni Israaʼel ajaja kana kenneera: ‘Dhaqiitii Gaara Taaboritti duuli;* Niftaalemii fi Zaabiloon keessaas namoota 10,000 fuudhii dhaqi.
18 Mootichi inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha: ‘Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha,’‘Inni* akkuma Taabor+ isa gaarota gidduutti argamuutti,Akkuma Qarmeelos+ isa galaanicha biratti argamuutti ni dhufa.