- 
	                        
            
            Faarfannaa 48:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Magaalaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa keessatti, magaalaa Waaqa keenyaa keessatti,
Wanta dhageenye, amma ijuma keenyaan argineerra.
Waaqayyo bara baraaf cimsee ishii dhaaba.+ (Seelaa)
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Amoos 9:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 ‘Ani biyya isaanii irratti isaan nan dhaaba,
Isaan matumaa biyya ani isaaniif kenne irraa
Lammata hin buqqaʼan’+ jedha Yihowaan Waaqni kee.”
 
 -