Ermiyaas 14:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Balleessaan keenya kan nu irratti ragaa baʼu taʼus,Yaa Yihowaa, maqaa keetiif jedhiitii tarkaanfii fudhadhu.+ Yeroo baayʼee amanamoo utuu hin taʼin hafneerra,+Cubbuu kan hojjenne si irratti dha. Daaniʼel 9:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa Yihowaa, dhagaʼi. Yaa Yihowaa, dhiifama nuuf godhi.+ Yaa Yihowaa, xiyyeeffannaa nuuf kenni, tarkaanfiis fudhadhu! Yaa Waaqa koo, ofii keetiif jedhiitii hin turin; sababiin isaas, magaalaan kee fi sabni kee maqaa keetiin waamamaniiru.”+
7 Balleessaan keenya kan nu irratti ragaa baʼu taʼus,Yaa Yihowaa, maqaa keetiif jedhiitii tarkaanfii fudhadhu.+ Yeroo baayʼee amanamoo utuu hin taʼin hafneerra,+Cubbuu kan hojjenne si irratti dha.
19 Yaa Yihowaa, dhagaʼi. Yaa Yihowaa, dhiifama nuuf godhi.+ Yaa Yihowaa, xiyyeeffannaa nuuf kenni, tarkaanfiis fudhadhu! Yaa Waaqa koo, ofii keetiif jedhiitii hin turin; sababiin isaas, magaalaan kee fi sabni kee maqaa keetiin waamamaniiru.”+