LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 10:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warra dambiiwwan miidhaa geessisan baasaniif,+

      Warra yeroo hundumaa labsiiwwan nama cunqursan qopheessaniif wayyoo!

       2 Isaan kana kan godhan, dhimma seeraa hiyyeeyyii dabsuuf,

      Namoota rakkatoo saba koo gidduutti argaman haqa dhowwachuuf,+

      Qabeenya dubartoota abbaan manaa irra duʼee boojiʼuuf,

      Akkasumas ijoollee abbaa hin qabne* saamuufi.+

  • Amoos 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ani fincilli* keessan hammam akka baayʼate,

      Cubbuun keessanis hammam guddaa akka taʼe beeka,

      Isin isa qajeelaa ni miitu,

      Mattaʼaa* ni fudhattu,

      Karra magaalaa irrattis isa hiyyeessa mirga isaa ni dhowwattu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi